-
Luqaas 22:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Achiis, “Maaliif raftu? Kaʼaa, qorumsatti akka hin galle kadhachuu keessan itti fufaa”+ isaaniin jedhe.
-
-
1 Qorontos 10:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Qorumsi namoota kaan irra gaʼu irraa adda taʼe isin irra hin geenye.+ Haa taʼu malee, Waaqayyo amanamaa waan taʼeef, hamma baachuu dandeessan caalaa akka qoramtan hin heyyamu;+ kanaa mannaa, jabaattanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, yeroo qoramtanitti karaa ittiin keessaa baatan isiniif qopheessa.+
-
-
Yaaqoob 1:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Namni kam iyyuu yommuu qoramu, “Waaqayyotu na qoraa jira” hin jedhin. Sababiin isaas, Waaqayyo wanta hamaadhaan qoramuu hin dandaʼu; ofii isaatiis nama kam iyyuu wanta hamaadhaan hin qoru.
-