LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 8:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Warri biyyoo gaarii irra buʼan immoo warra garaa qajeelaa fi gaarii taʼeen+ dubbicha erga dhagaʼanii booda garaa isaaniitti qabatanii jabaatanii dhaabbachuudhaan firii godhatani dha.+

  • Luqaas 21:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Jabaattanii dhaabbachuudhaan lubbuu keessan ni oolfattu.+

  • 2 Ximotewos 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 jabaannee dhaabbachuu keenya yoo itti fufne, isaa wajjin mootota taanee ni bulchina;+ yoo isa ganne, innis nu gana;+

  • Ibroota 10:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Fedhii Waaqayyoo erga raawwattanii booda, waadaa inni gale sana argachuuf jabaattanii dhaabbachuun isin barbaachisa.+

  • Ibroota 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isin akka hin dadhabnee fi akka abdii hin kutanneef,*+ Yesuus isa dubbii hamaa cubbamoonni faayidaa ofii isaanii mormuudhaan dubbatan+ dandaʼe sana akka gaariitti yaadaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi