LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 24:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni hanga dhumaatti jabaatee dhaabbatu garuu ni fayya.+

  • Roomaa 5:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kana qofa utuu hin taʼin, utuma rakkinni nu irra gaʼaa jiruus haa gammannu;*+ sababiin isaas, rakkinni jabaatanii dhaabbachuu akka argamsiisu beekna;+ 4 jabaatanii dhaabbachuun immoo ejjennoo fudhatama qabu argamsiisa;+ ejjennoon fudhatama qabu immoo abdii argamsiisa;+

  • Ibroota 10:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Fedhii Waaqayyoo erga raawwattanii booda, waadaa inni gale sana argachuuf jabaattanii dhaabbachuun isin barbaachisa.+

  • 2 Pheexiros 1:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaan kan kaʼes, amantii keessan irratti gaarummaa,+ gaarummaa keessan irratti beekumsa+ dabaluuf wanta dandeessan hunda godhaa;+ 6 beekumsa keessan irratti of toʼachuu, of toʼachuu+ keessan irratti jabaatanii dhaabbachuu, jabaatanii dhaabbachuu keessan irratti Waaqayyoof buluu,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi