LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 1:18-20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Kun buʼaa maalii argamsiise ree? Fakkeessuudhaanis taʼe dhugaadhaan, karaa kamiin iyyuu Kiristoos lallabamaa jira; anis kanatti nan gammada. Gara fuulduraattis gammaduu koo ittan fufa; 19 sababiin isaas, wawwaannaa keessanii+ fi deggersa hafuura Yesuus Kiristoosiin+ kun fayyina akka naaf argamsiisu beeka. 20 Kunis wantan hawwiidhaan eeggadhuu fi abdii koo isan karaa tokkoon illee itti hin qaanofnee wajjin kan wal simu dha; akkuman kanaan dura gochaa ture, bilisummaadhaan dubbachuudhaan yoon jiraadhes taʼe yoon duʼe, qaama kootiin Kiristoosiin ol nan godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi