LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Filiphisiyus 2:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Egaa yaa obboloota jaallatamo, akkuma yeroo hunda ajajamtan yeroo ani isin bira jiru qofa utuu hin taʼin, caalaatti amma yeroo ani isin bira hin jirretti, sodaachuu fi romʼuudhaan fayyina keessan mirkaneessuuf carraaqqii gochuu keessan itti fufaa.

  • 2 Ximotewos 2:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Dubbii dhugaa sirriitti barsiisuudhaan+ akka hojjetaa waan itti qaanaʼu tokko illee hin qabneetti, Waaqayyo duratti fudhatama kan qabu gootee of dhiheessuuf wanta sii dandaʼame hunda godhi.

  • Ibroota 4:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, namni kam iyyuu daandii ajajamuu diduu sanatti akka hin kufneef, gara boqonnaa sanaatti galuuf wanta nuu dandaʼame hunda haa goonu.+

  • Yihudaa 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Obboloota jaallatamo, ani waaʼee fayyina hundi keenya argannu+ sanaa isiniif barreessuuf carraaqqii guddaa kanan godhe taʼus, amantii isa yeroo hundumaatiif akka taʼutti al tokkicha qulqullootaaf kenname sanaaf jabaattanii akka loltan+ isin gorsuuf jecha isiniif barreessuun barbaachisaa akka taʼe natti dhagaʼame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi