25 Kana malees, namni dorgommii irratti hirmaatu* kam iyyuu waan hundumaa irratti of toʼata. Isaan gonfoo badu argachuuf kana godhu;+ nuti garuu gonfoo hin badne argachuuf kana goona.+
24 Sababiin isaas, garbichi Gooftaa nama loluu hin qabu; kanaa mannaa, namoota hundumaatiif garraamii* kan taʼe,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabuu fi yeroo jalʼinni isa irratti raawwatamu kan of toʼatu taʼuu qaba;+