8 Dandeettii hubannaa keessanii eeggadhaa, dammaqoo taʼaa!+ Diinni keessan Diyaabilos nama liqimsu barbaadee akka leenca barooduutti naannaʼaa jira.+ 9 Isin garuu amantiitti cimaatii isa mormaa;+ addunyaa maratti guutummaan waldaa obboloota keessanii rakkina akkasii keessa akka jiran beekaa.+