Efesoon 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+ Yaaqoob 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, Waaqayyoof bitamaa;+ Diyaabilosiin garuu mormaa,+ innis isin irraa ni baqata.+
11 Malawwan haxxummaa Diyaabilos mormitanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, meeshaa waraanaa guutuu isa Waaqayyo biraa argamu uffadhaa;+