10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe. 11 Achiis Diyaabilos isa dhiisee deeme;+ maleekonnis dhufanii isa tajaajiluu jalqaban.+