Luqaas 22:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Yeroo kanatti maleekaan tokko samii irraa isatti mulʼatee isa jajjabeesse.+ Ibroota 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera. Ibroota 1:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?
7 Waaʼee maleekotaa immoo, “Maleekota isaa hafuurota, tajaajiltoota* isaas+ labooba ibiddaa ni godha”+ jedheera.
14 Hundi isaanii hafuurota tajaajila qulqulluu*+ dhiheessanii fi warra fayyina dhaaluuf jiran akka tajaajilan ergaman mitii?