LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 34:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Maleekaan Yihowaa naannoo warra Waaqayyoon sodaatan hundumaa ni buufata.+

      Isaan ni oolchas.+

  • Faarfannaa 91:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Daandiiwwan kee hundumaa irratti akka si eeganiif,+

      Inni maleekota isaa siif ni ajaja.+

  • Hojii Ergamootaa 5:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis ergamoota qabanii mana hidhaa uummataatti galchan.+ 19 Haa taʼu malee, maleekaan Yihowaa* halkan balbaloota mana hidhaa banee+ erga isaan baasee booda akkana isaaniin jedhe:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi