LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis Eelsaaʼi, “Yaa Yihowaa, akka inni arguuf, maaloo ija isaa isaaf bani”+ jedhee kadhate. Yihowaanis yeruma sana ija tajaajilaa sanaa ni bane; innis ni arge; kunoo, fardeenii fi gaariiwwan fardaa ibiddaa+ Eelsaaʼitti marsanii naannoo gaarotaa sana guutanii turan.+

  • Faarfannaa 34:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Maleekaan Yihowaa naannoo warra Waaqayyoon sodaatan hundumaa ni buufata.+

      Isaan ni oolchas.+

  • Maatewos 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ani isinitti nan hima, maleekonni isaanii warri samii keessa jiran yeroo hunda fuula Abbaa koo isa samii waan ilaalaniif,+ warra xixinnoo kana keessaa isa tokko akka hin tuffanne of eeggadhaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi