2 Mootota 19:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+ Daaniʼel 6:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yaa mootii, Waaqni koo maleekaa isaa ergee afaan leencotaa waan cufeef,+ isaan miidhaa tokko illee na irraan hin geenye;+ sababiin isaas, ani isa duratti qulqulluu taʼee argameera; si irrattis balleessaan raawwadhe hin qabu.” Hojii Ergamootaa 5:18, 19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Achiis ergamoota qabanii mana hidhaa uummataatti galchan.+ 19 Haa taʼu malee, maleekaan Yihowaa* halkan balbaloota mana hidhaa banee+ erga isaan baasee booda akkana isaaniin jedhe: Hojii Ergamootaa 12:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Pheexiros wanta taʼaa jiru hubatee, “Yihowaan* maleekaa isaa ergee harka Heroodisii fi wanta Yihudoonni akka na irra gaʼu eegan hundumaa irraa na oolchuu isaa amma dhuguma beekeera” jedhe.+
35 Halkanuma sanattis maleekaan Yihowaa tokko gad baʼee buufata Asoorotaa keessatti namoota 185,000 ni ajjeese.+ Namoonnis ganama barii yommuu kaʼan, reeffawwan sana hundumaa ni argan.+
22 Yaa mootii, Waaqni koo maleekaa isaa ergee afaan leencotaa waan cufeef,+ isaan miidhaa tokko illee na irraan hin geenye;+ sababiin isaas, ani isa duratti qulqulluu taʼee argameera; si irrattis balleessaan raawwadhe hin qabu.”
18 Achiis ergamoota qabanii mana hidhaa uummataatti galchan.+ 19 Haa taʼu malee, maleekaan Yihowaa* halkan balbaloota mana hidhaa banee+ erga isaan baasee booda akkana isaaniin jedhe:
11 Achiis Pheexiros wanta taʼaa jiru hubatee, “Yihowaan* maleekaa isaa ergee harka Heroodisii fi wanta Yihudoonni akka na irra gaʼu eegan hundumaa irraa na oolchuu isaa amma dhuguma beekeera” jedhe.+