Faarfannaa 34:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Maleekaan Yihowaa naannoo warra Waaqayyoon sodaatan hundumaa ni buufata.+ Isaan ni oolchas.+ Faarfannaa 118:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Yeroo dhiphina kootti Yaahiin* nan waammadhe;Yaah deebii naaf kenne, gara bakka balaa irraa walaba* taʼettis na geesse.+ Daaniʼel 3:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis Nebukadnezaar akkana jedhe: “Waaqni Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo inni maleekaa isaa ergee tajaajiltoota isaa oolche haa jajamu.+ Isaan isatti amanamuudhaan ajaja mootichaa didaniiru; Waaqa isaaniitiin alatti waaqa kam iyyuu tajaajiluu yookiin waaqeffachuu mannaa duʼa filataniiru.*+
5 Yeroo dhiphina kootti Yaahiin* nan waammadhe;Yaah deebii naaf kenne, gara bakka balaa irraa walaba* taʼettis na geesse.+
28 Achiis Nebukadnezaar akkana jedhe: “Waaqni Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoo inni maleekaa isaa ergee tajaajiltoota isaa oolche haa jajamu.+ Isaan isatti amanamuudhaan ajaja mootichaa didaniiru; Waaqa isaaniitiin alatti waaqa kam iyyuu tajaajiluu yookiin waaqeffachuu mannaa duʼa filataniiru.*+