-
Hojii Ergamootaa 16:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Akkuma tasaa kirkirri lafaa guddaan waan uumameef hundeen mana hidhaa sanaa ni raafame. Yeruma sana balballi hundi ni baname; funcaan hundi isaanii ittiin hidhaman isaan irraa ni hiikame.+
-