Faarfannaa 91:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Daandiiwwan kee hundumaa irratti akka si eeganiif,+Inni maleekota isaa siif ni ajaja.+ Luqaas 22:43 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 43 Yeroo kanatti maleekaan tokko samii irraa isatti mulʼatee isa jajjabeesse.+