LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ibroota 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kana malees, abbootiin keenya* nu adabu turan, nutis isaan kabajna turre. Maarree Abbaa isa hafuura qulqulluudhaan jireenya keenya geggeessuuf fedhiidhaan bitamuudhaan jiraachuun keenya caalaatti barbaachisaa mitii?+

  • 1 Pheexiros 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namoota akaakuu hundumaa kabajaa,+ guutummaa waldaa obbolootaatiif* jaalala qabaadhaa,+ Waaqa sodaadhaa,+ mootii kabajaa.+

  • 1 Pheexiros 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, yeroon isaa yommuu gaʼu akka ol isin qabuuf, harka Waaqayyoo isa jabaa jalatti gad of qabaa;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi