Isaayyaas 40:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Inni isa dadhabeef humna,Warra cimina* hin qabneefis jabina guutuu ni kenna.+ Filiphisiyus 4:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Karaa isa humna naaf kennu sanaatiin jabina waan hundumaatiif na barbaachisu qaba.+