Iyyaasuu 15:63 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 63 Namoonni Yihudaa Yebuusota+ warra Yerusaalem+ keessa jiraachaa turan ariʼuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Yebuusonni hamma harʼaatti namoota Yihudaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufaniiru.
63 Namoonni Yihudaa Yebuusota+ warra Yerusaalem+ keessa jiraachaa turan ariʼuu hin dandeenye;+ kanaafuu, Yebuusonni hamma harʼaatti namoota Yihudaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufaniiru.