Iyyaasuu 15:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Daangaan sun hamma Beet Hoglaatti+ ol baʼee kaaba Beet Arabaa+ bira darba; achiis gara dhagaa Boohaan+ ilma Ruubenitti ol ni baʼa. Iyyaasuu 15:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.
6 Daangaan sun hamma Beet Hoglaatti+ ol baʼee kaaba Beet Arabaa+ bira darba; achiis gara dhagaa Boohaan+ ilma Ruubenitti ol ni baʼa.
12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.