-
Iyyaasuu 15:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Magaalonni andaara gosa Yihudaa warri kallattii kibbaatiin gara daangaa Edoomitti+ argaman kanneen kana dha: Qaabzeʼel, Edeer, Yaagur,
-
-
Iyyaasuu 15:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Siqlaag,+ Maadmaanaa, Saansaanaa,
-
-
1 Saamuʼel 27:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, Akiish guyyaa sanatti Siqlaagiin+ isaaf ni kenne. Siqlaag hanga guyyaa harʼaatti kan mootota Yihudaa kan taate kanaafi.
-