LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 19:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+

  • Iyyaasuu 19:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Siqlaag,+ Beet Maarkaaboot, Hazaar Suusaa,

  • 1 Saamuʼel 30:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Daawitii fi namoonni isaa guyyaa sadaffaatti yommuu gara Siqlaag+ dhufan, Amaaleqoonni+ naannoo kibbaa* fi Siqlaagiin erga weeraranii booda, Siqlaagiin rukutanii ibiddaan ishii gubanii turan.

  • 2 Saamuʼel 1:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 1 Saaʼol erga duʼee booda, Daawit Amaaleqota moʼee* yommuu deebiʼu guyyaa lamaaf Siqlaag+ keessa taaʼe.

  • 1 Seenaa Baraa 12:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Namoonni yeroo inni Saaʼol ilma Qiishiin kan kaʼe akka garaa isaatti asii fi achi deemuu hin dandeenyetti+ gara Daawit isa Siqlaag+ keessa turee dhufan kanneen kana turan; isaanis loltoota jajjaboo warra waraana irratti isa gargaaran keessaa tokko turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 12:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yommuu inni gara Siqlaag+ deemetti warri gosa Minaasee keessaa gananii gara isaa dhufan kanneen kana turan: Adnaa, Yozaabaad, Yediyaayel, Mikaaʼel, Yozaabaad, Eliihuu fi Ziletaay yeroo taʼan, isaanis dura buutota kumaa gosa Minaasee turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi