Uumama 49:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Simiʼoonii fi Leewwiin obbolaa dha.+ Meeshaawwan waraanaa isaan ittiin ajjeesan meeshaawwan jeequmsaa ti.+ Uumama 49:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Aariin isaanii gara jabeessa waan taʼeef, kan abaarame haa taʼu; dheekkamsi isaanii hamaa waan taʼeef, kan abaarame haa taʼu.+ Yaaqoob keessatti isaan nan facaasa; Israaʼel keessattis isaan nan bittinneessa.+
5 Simiʼoonii fi Leewwiin obbolaa dha.+ Meeshaawwan waraanaa isaan ittiin ajjeesan meeshaawwan jeequmsaa ti.+
7 Aariin isaanii gara jabeessa waan taʼeef, kan abaarame haa taʼu; dheekkamsi isaanii hamaa waan taʼeef, kan abaarame haa taʼu.+ Yaaqoob keessatti isaan nan facaasa; Israaʼel keessattis isaan nan bittinneessa.+