-
1 Saamuʼel 27:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Daawit Akiishiin, “Ani si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, achi akkan jiraadhuuf magaalota baadiyyaa keessatti iddoo tokko naaf kenni. Ani tajaajilaan kee magaalaa mootii keessa sii wajjin maaliifan jiraadha?” jedhe. 6 Kanaafuu, Akiish guyyaa sanatti Siqlaagiin+ isaaf ni kenne. Siqlaag hanga guyyaa harʼaatti kan mootota Yihudaa kan taate kanaafi.
-