-
Iyyaasuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.
-
-
1 Seenaa Baraa 4:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Gandeen isaanii, Etaam, Aayin, Rimoon, Tookenii fi Ashaan+ walumaa galatti magaalota shan turan;
-
-
1 Seenaa Baraa 6:64Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
64 Akka kanaan Israaʼelonni magaalota kana iddoowwan dheedichaa isaanii wajjin Leewwotaaf ni kennan.+
-