2 Mootota 14:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Akkuma Yihowaan Waaqni Israaʼel karaa tajaajilaa isaa Yoonaas+ ilma Amitaay isa raajii nama Gaat Hefeer+ taʼe sanaa dubbatetti, Lebo Hamaatii*+ jalqabee hamma Galaana Arabaatti*+ daangaa Israaʼel ni deebise.
25 Akkuma Yihowaan Waaqni Israaʼel karaa tajaajilaa isaa Yoonaas+ ilma Amitaay isa raajii nama Gaat Hefeer+ taʼe sanaa dubbatetti, Lebo Hamaatii*+ jalqabee hamma Galaana Arabaatti*+ daangaa Israaʼel ni deebise.