-
Iyyaasuu 3:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Amma gosoota Israaʼel keessaa, tokkoon tokkoon gosaatiif nama tokko godhaatii namoota 12 fudhadhaa;+ 13 faanni miila luboota Taabota Yihowaa isa Gooftaa guutummaa lafaa taʼee baatan sanaa bishaan Yordaanos akkuma tuqeen,* bishaan Yordaanos inni gubbaadhaa yaaʼaa ture yaaʼuu isaa ni dhiisa; bishaanichis akkuma hidha lagaatti* ni dhaabbata.”+
-