2 “Tokkoon tokkoon gosaa keessaa nama tokko tokko godhiitii sabicha keessaa namoota 12 fudhadhu;+ 3 achiis, ‘Yordaanos walakkaa keessaa, jechuunis bakka miilli lubootaa dhaabbatee ture+ irraa dhagoota 12 fuudhaa geessaatii bakka bultan sana isaan dhaabaa’+ jedhii isaan ajaji.”