19 Sabichis jiʼa isa jalqabaa keessaa guyyaa kurnaffaatti Yordaanosii baʼee Gilgaal+ ishii kallattii bahaatiin daangaa Yerikootti argamtu keessa buufate.
20 Iyyaasuunis dhagoota 12n warra isaan Yordaanos keessaa baasan sana Gilgaal keessa ni dhaabe.+