LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 achiis, ‘Yordaanos walakkaa keessaa, jechuunis bakka miilli lubootaa dhaabbatee ture+ irraa dhagoota 12 fuudhaa geessaatii bakka bultan sana isaan dhaabaa’+ jedhii isaan ajaji.”

  • Iyyaasuu 5:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Isaan guutummaa sabichaa dhaqna qabanii yommuu xumuranitti, hamma isaan fayyanitti buufaticha keessa bakkuma jiran ni turan.

      9 Achiis Yihowaan Iyyaasuudhaan, “Harʼa ani arrabsoo Gibxii isin irraa gangalcheera” jedhe. Kanaan kan kaʼes, maqaan iddoo sanaa hamma harʼaatti Gilgaal*+ jedhamee waamama.

  • Iyyaasuu 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis namoonni Gibeʼon, “Tajaajiltoota kee hin dhiisin.*+ Dafii kottu! Nu oolchi, nu gargaaris! Mootonni Amoorotaa warri naannoo gaarotaa irraa dhufan hundi nu waraanuuf walitti qabamaniiru” jedhanii gara Iyyaasuu isa buufata Gilgaalitti+ argamu keessa jiruutti dhaamsa ergan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi