LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 17:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis sanyiiwwan Yoseef, “Naannoon gaarotaa nuuf gaʼaa miti; Kanaʼaanonni warri biyya sululichaa* keessa, jechuunis warri Beet Shiʼaanii+ fi magaalota ishii jalatti* argaman keessas taʼe Sulula* Yezriʼel+ keessa jiraatan hundi gaariiwwan fardaa waraanaa+ haamtuu sibiilaa qaban* qabu” jedhan.

  • Abbootii Murtii 6:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Guutummaan Miidiyaan,+ Amaaleqii+ fi namoonni Bahaa raayyaawwan waraanaa isaanii walitti makanii+ gara Sulula* Yezriʼelitti ceʼanii* achi buufatan.

  • 1 Mootota 21:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Wantoota kana booda, maasii wayinii Naabot Yezriʼelichaa isa Yezriʼel+ keessatti argamuu fi mana mootummaa Ahaab isa mootii Samaariyaa taʼetti aanee jiruu wajjin haala wal qabateen wanti tokko ni raawwatame.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi