Abbootii Murtii 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yommuu Israaʼelonni sanyii facaasanitti Miidiyaanonni, Amaaleqonnii+ fi namoonni Bahaa+ isaan haleelu turan. Abbootii Murtii 7:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo kanatti Miidiyaan, Amaaleqii fi namoonni Bahaa+ akka gurmuu awwaannisaatti dirree sululichaa uwwisanii turan; gaalonni isaaniis akka cirracha qarqara galaanaa hedduu fi lakkaaʼamuu kan hin dandeenye turan.+
3 Yommuu Israaʼelonni sanyii facaasanitti Miidiyaanonni, Amaaleqonnii+ fi namoonni Bahaa+ isaan haleelu turan.
12 Yeroo kanatti Miidiyaan, Amaaleqii fi namoonni Bahaa+ akka gurmuu awwaannisaatti dirree sululichaa uwwisanii turan; gaalonni isaaniis akka cirracha qarqara galaanaa hedduu fi lakkaaʼamuu kan hin dandeenye turan.+