-
Lakkoofsa 26:55Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
55 Haa taʼu malee, lafichi carraadhaan hiramuu qaba.+ Isaan akka maqaawwan gosoota abbootii isaaniitti dhaala isaanii haa fudhatan.
-
-
Iyyaasuu 18:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Isin garuu biyyattii bakka torbatti hihiraatii galmeessaa; isa galmeessitan sana as gara kootti fidaa; anis Waaqa keenya Yihowaa duratti asitti carraa isiniif nan buusa.+
-