-
Lakkoofsa 34:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Kanaafuu, Museen akkana jedhee Israaʼelotaaf qajeelfama kenne: “Akkuma Yihowaan gosoota salganii fi walakkaa gosaatiif akka kennamu ajajetti, lafti isin carraadhaan dhaala keessan gootanii hirattan kana dha.
-
-
Iyyaasuu 18:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Isin garuu biyyattii bakka torbatti hihiraatii galmeessaa; isa galmeessitan sana as gara kootti fidaa; anis Waaqa keenya Yihowaa duratti asitti carraa isiniif nan buusa.+
-