LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 26:55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 55 Haa taʼu malee, lafichi carraadhaan hiramuu qaba.+ Isaan akka maqaawwan gosoota abbootii isaaniitti dhaala isaanii haa fudhatan.

  • Lakkoofsa 33:54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 54 Maatiiwwan keessaniif lafattii dhaala godhaatii carraadhaan+ hiraa. Gareewwan guguddaa taʼaniif dhaala hedduu, gareewwan xixinnoo taʼaniif immoo dhaala xinnoo kennaa.+ Namni hundi bakka carraan isaa irra buʼe ni dhaala. Isinis akka gosoota abbootii keessaniitti lafa keessan dhaala gootanii ni fudhattu.+

  • Fakkeenya 16:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Carraan gudeeda irratti buufama,+

      Wanti karaa isaa murteeffamu hundi garuu Yihowaa biraa dhufa.+

  • Hojii Ergamootaa 13:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Saboota biyya Kanaʼaan keessa jiran torba erga balleessee boodas, biyya isaanii dhaalaan isaaniif kenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi