-
Iyyaasuu 21:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.
-
-
Iyyaasuu 21:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Gosa Daan keessaa, Eelteeqee iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Gibetoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
-