-
Iyyaasuu 18:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Namoonni sunis deemuuf ni qophaaʼan; Iyyaasuunis warra biyyattii hihiranii galmeessuuf jedhan sana, “Dhaqaa biyyattii keessa naannaʼaa; achiis biyyattii hihiraa galmeessaatii gara kootti deebiʼaa; anis Shiiloo keessatti Yihowaa duratti asitti carraa isiniif nan buusa”+ jedhee ajaje.
-