LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namichi sun Shiilootti Yihowaa Gooftaa Raayyaa waaqeffachuu* fi isaaf aarsaa dhiheessuuf waggaa waggaadhaan magaalaa isaatii kaʼee ol baʼa ture.+ Ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaas+ luboota Yihowaa taʼanii kan tajaajilan bakka kanatti ture.+

  • 1 Saamuʼel 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Loltoonni sun gara buufata isaaniitti yommuu deebiʼan jaarsoliin Israaʼel akkana jedhan: “Yihowaan nuti harʼa Filisxeemotaan akka moʼamnu maaliif heyyame?*+ Kottaa, nu bira taʼee harka diinota keenyaa jalaa akka nu oolchuuf taabota kakuu Yihowaa Shiiloodhaa haa finnu.”+

  • Faarfannaa 78:60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 60 Dhuma irrattis godoo qulqulluu Shiiloo,

      Dunkaana isa inni namoota gidduu keessa jiraachaa ture sana ni dhiise.+

  • Ermiyaas 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “‘Haa taʼu malee, amma gara iddoo koo isa Shiilootti+ argamu, isan jalqaba maqaan koo achi akka jiraatu godhe+ sanaa dhaqaatii hammina saba koo Israaʼeliin kan kaʼe wantan isa irratti raawwadhe ilaalaa.+

  • Hojii Ergamootaa 7:44, 45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Abbootiin keenya lafa onaa keessatti dunkaana ragaa baatuu qabu turan; dunkaanni kun kan tolfame akkuma ajaja yeroo Waaqayyo Museetti dubbate isaaf kennettii fi akkuma pilaanii isatti argisiisetti dha.+ 45 Abbootiin keenyas Iyyaasuu wajjin dunkaanicha fudhatanii gara biyya saboota+ Waaqayyo abbootii keenya duraa ariʼe sanaatti geessan.+ Innis hanga bara Daawititti asuma ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi