-
1 Saamuʼel 4:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Kana malees, Taabonni Waaqayyoo ni boojiʼame; ilmaan Eelii lamaan Hofnii fi Finahaasis ni duʼan.+
-
-
Faarfannaa 78:60Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
60 Dhuma irrattis godoo qulqulluu Shiiloo,
Dunkaana isa inni namoota gidduu keessa jiraachaa ture sana ni dhiise.+
-
-
Ermiyaas 26:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ati, ‘Manni kun akkuma Shiiloo ni taʼa; magaalaan kunis ni barbadoofti, akkasumas bakka namni keessa hin jiraanne ni taati’ jettee maqaa Yihowaatiin raajii kan dubbatte maaliifi?” Namoonni hundis mana Yihowaa keessatti Ermiyaasitti marsan.
-