LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 21:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis, “Kunoo, Shiiloo+ ishii kaaba Beetelitti, baha daandii guddaa Beetelii gara Sheekemitti ol baasuttii fi kibba Leboonaatti argamtu keessatti waggaa waggaadhaan Yihowaadhaaf ayyaanni kabajamu tokko jira” jedhan.

  • Ermiyaas 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “‘Haa taʼu malee, amma gara iddoo koo isa Shiilootti+ argamu, isan jalqaba maqaan koo achi akka jiraatu godhe+ sanaa dhaqaatii hammina saba koo Israaʼeliin kan kaʼe wantan isa irratti raawwadhe ilaalaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi