LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Waaqayyo akka bifa isaatti nama waan tolcheef,+ nama dhiiga namaa dhangalaasu kam iyyuu namni kan biraan dhiiga isaa ni dhangalaasa.+

  • Baʼuu 21:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Namni duʼe jira taanaan garuu, bakka lubbuu lubbuu,+

  • Lakkoofsa 35:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 “‘Haa taʼu malee, namni lubbuu balleesse sun daangaa magaalaa itti baqatamuu isa itti baqate sana keessaa yoo baʼe, 27 namni haaloo baʼu sunis namicha lubbuu balleesse sana daangaa magaalaa itti baqate sanaa alatti argatee yoo isa ajjeese, namni kun dhiiga isaatiif itti hin gaafatamu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi