-
Iyyaasuu 20:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Naannoo Yordaanos keessatti baha Yerikootiin, gosa Ruuben keessaa lafa onaa isa lafa diriiraa* irratti argamu keessatti Beezeriin,+ gosa Gaad keessaa Giiliyaad keessatti Raamotiin,+ akkasumas gosa Minaasee+ keessaa Baashaan keessatti Goolaaniin+ ni filatan.
9 Namni utuu itti hin yaadin nama* ajjeese kam iyyuu akka itti baqatuuf,+ akkasumas yaaʼicha duratti murtiidhaaf dhihaachuu isaa dura+ nama haaloo baʼu sanaan akka hin ajjeefamnetti, magaalonni Israaʼelota hundumaa fi nama biyya ormaa isaan gidduu jiraatuuf ramadaman kanneen kana turan.
-
-
1 Mootota 22:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Mootiin Israaʼelis tajaajiltoota isaatiin, “Raamot Giiliyaad+ kan keenya taʼuu ishii beektuu? Nuti garuu mootii Sooriyaa irraa deebisnee fudhachuuf mamaa jirra” jedhe.
-