Keessa Deebii 12:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Aarsaawwan kee warra gubaman bakkuma argite hundatti akka hin dhiheessine of eeggadhu.+ 14 Aarsaawwan kee warra gubaman naannoowwan gosa kee keessaa bakka Yihowaan filatutti qofa dhiheessi; wanta ani si ajaju hundumaas achitti raawwadhu.+
13 Aarsaawwan kee warra gubaman bakkuma argite hundatti akka hin dhiheessine of eeggadhu.+ 14 Aarsaawwan kee warra gubaman naannoowwan gosa kee keessaa bakka Yihowaan filatutti qofa dhiheessi; wanta ani si ajaju hundumaas achitti raawwadhu.+