LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 17:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘“Mana Israaʼel keessaa namni kam iyyuu, buufaticha keessattis taʼe buufatichaa alatti jibicha yookiin xobbaallaa hoolaa yookiin reʼee qalee, 4 aarsaa godhee godoo qulqulluu Yihowaa duratti Yihowaadhaaf dhiheessuuf gara balbala dunkaana walgaʼichaatti yoo fiduu baate, namni sun dhiiga isaatiif itti gaafatama. Dhiiga waan dhangalaaseef, namni sun saba isaa gidduudhaa haa balleeffamu.*

  • 1 Mootota 12:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Mootichi erga gorsitoota isaa wajjin mariʼatee booda, jabbilee warqii+ lama hojjetee namoota sanaan, “Yerusaalemitti ol baʼuun baayʼee isinitti ulfaata. Yaa Israaʼel, Waaqni kee inni biyya Gibxiitii si baase isa kana” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi