-
2 Seenaa Baraa 11:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Achiis Yeroboʼaam iddoowwan ol kaʼoodhaaf, jinniiwwan reʼee fakkaatanii*+ fi jabbilee hojjete+ sanaaf luboota ofii isaa ni muude.+ 16 Gosoota Israaʼel hundumaa keessaa namoonni Yihowaa Waaqa Israaʼeliin barbaaddachuuf garaa isaaniitti murteessan, Waaqa abbootii isaanii kan taʼe Yihowaadhaaf aarsaa dhiheessuuf isaan duukaa buʼanii gara Yerusaalem deeman.+
-