-
Iyyaasuu 7:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Haa taʼu malee, Akaan+ ilmi Kaarmii, ilmi Zaabdii, ilmi Zeeraa inni gosa Yihudaa keessaa taʼe wanta guutummaatti balleeffamuu qabu irraa waan fudhateef,+ Israaʼelonni wanta guutummaatti balleeffamuu qabuu wajjin haala wal qabateen amanamoo utuu hin taʼin hafaniiru. Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼelota irratti ni bobaʼe.+
-