LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 22:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Akaan+ ilmi Zeeraa wanta guutummaatti balleeffamuu qabuu wajjin haala wal qabateen amanamaa utuu hin taʼin yeroo hafetti, guutummaa yaaʼii Israaʼel irratti dheekkamsi hin dhufnee?+ Balleessaa inni raawwateen kan duʼe isa qofa hin turre.’”+

  • 1 Seenaa Baraa 2:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ilmi* Kaarmii Akaar* yeroo taʼu, inni isa Israaʼel irratti badiisa* fidee+ fi wantoota guutummaatti balleeffamuu qabanii wajjin haala wal qabateen amanamaa utuu hin taʼin hafe sana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi