Iyyaasuu 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Israa’el cubbuu hojjeteera. Isaan kakuu koo isa akka eeganiif ani isaan ajaje cabsaniiru.+ Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu hatanii+ fudhachuudhaan+ qabeenya isaanii gidduu dhokfataniiru.+ Iyyaasuu 7:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Namni wanti guutummaatti balleeffamuu qabu isa biratti argame kakuu Yihowaa waan cabseef,+ akkasumas Israaʼel keessatti gocha salphinaa waan raawwateef, innis taʼe wanti kan isaa taʼe hundi ibiddaan ni gubama.”’”+
11 Israa’el cubbuu hojjeteera. Isaan kakuu koo isa akka eeganiif ani isaan ajaje cabsaniiru.+ Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu hatanii+ fudhachuudhaan+ qabeenya isaanii gidduu dhokfataniiru.+
15 Namni wanti guutummaatti balleeffamuu qabu isa biratti argame kakuu Yihowaa waan cabseef,+ akkasumas Israaʼel keessatti gocha salphinaa waan raawwateef, innis taʼe wanti kan isaa taʼe hundi ibiddaan ni gubama.”’”+