-
Iyyaasuu 24:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Iyyaasuunis itti fufuudhaan guutummaa sabichaatiin, “Kunoo, dhagaan kun wanta Yihowaan nuun jedhe hundumaa waan dhagaʼeef, nu irratti ragaa taʼee ni tajaajila;+ Waaqa keessan akka hin gannetti isin irrattis ragaa taʼee ni tajaajila” jedhe.
-