Lakkoofsa 14:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Anaan mormuu* jechuun maal jechuu akka taʼe akka beektaniif, akkuma guyyoota 40mman biyyattii itti basaastan sanaatti,+ jechuunis guyyaan tokko akka waggaa tokkootti lakkaaʼamee waggaa 40f balleessaa keessaniif deebii ni kennitu.+
34 Anaan mormuu* jechuun maal jechuu akka taʼe akka beektaniif, akkuma guyyoota 40mman biyyattii itti basaastan sanaatti,+ jechuunis guyyaan tokko akka waggaa tokkootti lakkaaʼamee waggaa 40f balleessaa keessaniif deebii ni kennitu.+